🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Madda║Burqaa Gammachuu! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➊. Namoota hundumaa waliin | GAGGEESSUMMAA

Madda║Burqaa
Gammachuu!

▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Namoota hundumaa waliin nagaa qabaadhu!

➋. Namoota hundumaa akka of jaalattutti jaaladhu!

➌. Yeroo hundumaa agartuu keetiin iddoo mul'annii fi karoorri kee jiru ilaali!

➍. Namni fedhii dhaba malee hojii tokkollee hojjechuu hin dadhabu.

➎. Wanta dursitee xumuruu qabduu fi wanta yeroo isaatti dhufu adda baasi!

➏. Guyyaa hundumaa hojii kee madaallii irra kaa'ii miijani!

➐. Yeroo gadi baatee uumama waaqaa doo'attee itti bashannantu qabaadhu!

➑. Haala rakkisaa keessatti obsaa fi gammachuu dhaan dabarsuu shaakali!

➒. Sammuu keetiif yeroo addaa boqonnaa kennituuf qabaadhu!

➓. Haamilee ofii jajjabeessi!

Nagaan, jaalalli, tokkummaan harka kee keessa jiru haalotaan akka hin jeeqamne godhi! Gatii baasuun si barbaachisu hunda baasii nageenya kee eeggadhu! Yoos ati boontee jiraatta malee boossee hin jiraattu! Gammachuu guutuu jireenya kee irraa argachuus ni dandeessa.

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa