ADDUNYAAN KUNI CARRAA MILKAAINAAN GUUTUDHA! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➲ Addunyaan kun hara rakkinaa fi milkaainaan guutudha. Jijjiirama fiduuf nama jalqabaa tai! Rakkina mooachuufis nama jalqabaa tai! Sababni isaa nama milkaae tauudhaaf carraan jiru tokkichi rakkina sitti dhufu mooattee darbuu fi dhiibbaa uumuuf dandeettii ati qabdu irratti hundaaa. Yeroo hundumaa waan gaarii uumuuf keessa kee qopheessi! ➲ Warri rakkina mooatan gara milkaainaatti ceu. Namoonni baayeen dhiibbaa uumuu sodaachuudhaan sadarkaa isaaniif malu kan hin gahin hafanis danuu dha. ➲ Carraan milkaainsaa baayeen qisaasaina baayee keessa darbuun dhufa. ➲ Hojii guddaan itti gaafatamummaa guddaa gaafata. ➦ Ati kan uumamteef jireenya jiraattutti gammaduuf, wanta gaarii lafichi qabu irraa dhamdhamachuu fi fayyaatti jiraachuuf. ➦ Kanaaf yeroo hundumaa Gammadi! @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa 2.4K viewsGetu Abera✟, 21:06