Get Mystery Box with random crypto!

HUBADHU! ═══════════ • Osoo fiiguu hin jalqabiniin dura kallat | GAGGEESSUMMAA

HUBADHU!
═══════════
• Osoo fiiguu hin jalqabiniin dura kallattii kam akka fiigdu adda baafadhu!

• Osoo waan tokko hin murteessin dura, murtii booda waan dhufu tilmaami!

• Amaloota sadi dhiisuu qabda:
➝ Abdii kutachuu,
➝ Hammeenya hojjachuu fi
➝ Nama tuffachuu dhiisuu qabda.

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa