Get Mystery Box with random crypto!

DHEEBUU MILKAA'INAA fi TATTAAFFII GODHAMUU QABU ▬▬▬▬▬▬▬▬ ❏ '.. | GAGGEESSUMMAA

DHEEBUU MILKAA'INAA fi TATTAAFFII GODHAMUU QABU
▬▬▬▬▬▬▬▬
❏ "... Addunyaa kana irraa namoonni biliyoona 7.86 gammachuu hin qabani! Sababni isaa milkaa'ina amma irra jiran kana caalatti waan haaraa ta'e fiduuf dheebotu. Namoota furmaata haaraa addunyaadhaaf argamsiisanis amaloonni walfakkaatoo isaan taasisu kanneen armaan gadiiti:
➲ Dheebuun isaanii guddina,
➲ Jireenya gaarii jiraachuu,
➲ Jijjiiramaaf dhimmuu,
➲ Milkaa'ina yaaduu, gonfachuu.
➲ Namootatti abdii horuu.
➲ Miidhaan yoo jiraate faayidaan jira jedhanii amanuu,
➲ Warra dhaban gargaaruu,
➲ Warra gaddan jajjabeessuu dha.

❏ Karaalee Namoonni Baay'een Kallattii Sirriitti Ittiin Dhufan:

✧️ Gahuumsaan hojjachuu, (Efficiency)
✧️ Iftoomina qabaachuu, (Transparency and Accountablity)
✧️ Itti Gaafatamummaa ofii bahuudha. (Responsiblity)

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa