🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

GAD AANTUMMAA ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➥ Gad aantummaan sababa kufaatii namoo | GAGGEESSUMMAA

GAD AANTUMMAA
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➥ Gad aantummaan sababa kufaatii namoota hedduu addunyaa kanaati.
➢ Gad aantummaan sababa milkaa'uu dhabuu namoota baay'ee dachee kana irra jiraataniiti.

➢ Namoonni tokko tokko sababan harka hin qabneef milkaa'uu dadhabee jedha.
Kaan immoo sababa miilla dhabuu kootiifan lafa naaf
yaadame ga'uu dadhabe jedha.
Kaan immoo sababa Ija dhabuu kootiif jedha.
Gariin immoo sababa duudaa ta'uu koof jedhu.

➢ Waan hin qabne kana hunda sababa godhee gad aantummaan itti dhaga'ama. garuu akkas ta'uu hin qabu waan hin qabne hin lakkaa'in!
Wantoota qabdu qofaan yoo hojjette iyyuu milkaa'aa ta'uu dandeessa.
➢ Ilaalcha gad aantummaa keessaa ba'i!
Miilla dhabuu keef, harka dhabuu keef, fira dhabuu keef, qarshii dhabuu keef kan kana fakkaatan dhabuu keef gad aantummaan sitti hin dhaga'amin jaala koo.

➢ Mul'ata kee galmaan ga'uuf jiraadhu. Gad aantummaan sitti hin dhaga'amin! Dandeettii addaa qabdu gonfachuuf ammuma jalqabi!

Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
ᴊᴏɪɴ