Get Mystery Box with random crypto!

'Namni tokko dhimma dhuunfaa isaa dhiphoo keessaa ba'ee dhimma | GAGGEESSUMMAA

"Namni tokko dhimma dhuunfaa isaa dhiphoo keessaa ba'ee dhimma namoomaa isa bal'aa irratti hamma hojjetutti, jireenya jiraachuu hin eegalle!"
Maartiin Luuter Kiingi

"Dalagaadhuma kaleessaa, karaadhuma kaleessaa fi akkaataadhuma kaleessaan hojjechuun mul'ata osoo hin taane maraatummaadha."
Albert Inisteeyan

➨ Namni furmaataa rakkoo kudhan karaa tokko hiika utuu hin ta'in, rakkoo tokkoof karaa kudhaniin tooftaa barbaada.


Share◈Share◈Share
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
JOIN