🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

彡• “Bagan si’arge” jennaan,” bagan si hin dhokatiin” jedhe ha | Mammaaksaa fi Jechamoota.

彡• “Bagan si’arge” jennaan,” bagan si hin dhokatiin” jedhe hattuun abbaa manaatiin.

彡• Dhabaaf malee fooniif nu uume, jette jedhan sareen.

彡• Sangaan biyya ofiitti bookkisu, biyya ormaatti ni mar’ata.