彡• Dhiirti reee hin elmitu, garuummoo malaan haga baatu hin wallaaltu. 彡• Lolli firaa dhiiga ilkeeti, hanga tokko ni tufta, hanga tokko ni liqmsita. 彡• Haa teessu garaa, haa nyaattu coraa. 1.5K views06:22