Get Mystery Box with random crypto!

Hundee Amantoota Wangeelaa

Logo of telegram channel maranata_iyyesuus — Hundee Amantoota Wangeelaa H
Logo of telegram channel maranata_iyyesuus — Hundee Amantoota Wangeelaa
Channel address: @maranata_iyyesuus
Categories: Telegram
Language: English
Subscribers: 4.63K
Description from channel

𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 dhimmoota
☕️ Wangeela Kiristoos
☕️ Amantii
☕️ Faarfannaa Wangeela
☕️ Dinaagdee
☕️ Hawaasummaa
☕️ Siyaasaa
☕️ Fayyaa
☕️ Barnoota Walii galaa
☕️ Bashananaa fi oduu
☕️ Seeraa fi kkf irratti
Yaada fi Gaaffiif
@A

Ratings & Reviews

4.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

2

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages

2022-09-02 06:08:43
#Oduu_Dansaa

#Yuunibarsiitii_Jimmaa

Yuunibarsitii Jimmaa loogoo bara dheeraadhaaf ture kan Afaan Oromoo hin qabne irraa gara loogoo haarawa Afaan Oromoon barreeffameetti jijjiirudhaan seeneetii yuunibarsitii naan guyyaa hardhaa ragga'eera. Afaan Oromoo yuunibarsitii Jimmaa mataa gubbatti bahee ifaa jira.

Yuunibarsitii koo hedduu galatoomaa.
Salphaatti as hin geenye.
72 viewsChala Dame, edited  03:08
Open / Comment
2022-09-01 23:14:59
Evangelical Tv kan amantoota Wangeelaa hundumaa ta'e tamsaasa jalqabe
108 viewsChala Dame, 20:14
Open / Comment
2022-09-01 11:31:37
#Hararii #SafarikomItoophiyaa

Naannoo Harariitti, Manneen daldalaa fi suuqiiwwan maqaan "Safaricom Ethiopia" jedhu itti maxxanfaman hundatti SIM kaardi fi Airtime bitachuu ni dandeessu jedhameera.

Kana malees, wiirtuuwwan gurgurtaa lamaan naannoo #Aratagna fi #Sillaaseetti argamanitti galmee gurgurtaa SIM kaardii, bittaa bilbila harkaa fi deeggarsa adda addaa argachuun akka danda’amu ibsameera.

Maamiltoonni tajaajila deeggarsa maamilaa kamiifuu Safarikom Itiyoophiyaa #call_center afaanota adda addaatiin:

- Afaan Amaaraatiin, .
- Afaan Oromootiin,
- afaan Somaaleetiin, .
- Afaan Tigriffaafi Ingiliffaan tajaajila argachuuf filannoo qabu, akkasumas hojjettoota tajaajila maamiltootaa waliin 700 bilbiluun haasa'uu dandeessu.

#SafaricomEthiopia #Hararii
272 viewsChala Dame, 08:31
Open / Comment
2022-09-01 09:59:54
Kanaan booda Waan Hafuuraas qophiiwwaan biroo qabannee dhiyyanna!
Anonymous Poll
100%
Gaariidha
0%
Lakkii Yaa hafuu
6 voters239 viewsChala Dame, 06:59
Open / Comment
2022-09-01 08:29:49 Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa haaluma jiruun Itti fufa jedhame

OM (Hagayya 2014) – Baatii Fulbaanaa Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa haaluma Baatii Hagayyaan kan Itti fufu ta’uu Miniteerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiise. Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa Hagayyaa 26, 2014 hanga Fulbaana 30, 2015tti haaluma baatii Hagayyaan kan itti fufu ta’uu Ministeerichi Ibsa Miidiyaaleef laateen beeksiseera.
266 viewsChala Dame, 05:29
Open / Comment
2022-09-01 08:18:05

266 viewsChala Dame, 05:18
Open / Comment
2022-09-01 07:18:59 Qabxiin seensa kutaa 9ffaa naannoo Oromiyaa ifoome
*******
Biiroon Barnoota Oromiyaa ibsa har'a kenneen Dhiiraaf 50% ol Dubaraaf immo 47% ol ta'uu hubachiiseera.

Barattoota Aanaalee Horsiisee Bulaatti,
Dhiiraaf 47% ol , Dubaraaf 44% ol , barattoota fedhii addaaf Dhiraaf 44% ol Dubaraaf 41% ol ta'uu Hooggana I/A Biirichaa Obbo Girmaa Baayisaa ifoomsaniiru.

Bara kana Barattoota qormata kutaa 8ffaa fudhatan keessaa 95.1 % ta'an gara kutaa 9ffaatti darbuus hubachiisaniru.

Barattonnii qabxii gadi dhiifame karaa toora intarneetii https://oromia.ministry.et/#/home beekuu akka danda'aan biirichi hubachiiseera.
292 viewsChala Dame, 04:18
Open / Comment
2022-09-01 07:03:52 Channel name was changed to «Obbolee Media»
04:03
Open / Comment
2022-08-29 23:20:40
Lukkeewwan kormaa ayyaana Jijjirama bara haaraaf yoo barbaadan nuuf bilbilaa

0915792297 Magaalaa Bishooftuu!
Baay'inaaf Bituuf warra bituufis karri keenya banaadha!
327 viewsChala Dame, 20:20
Open / Comment
2022-08-19 21:25:52 HOPE PROMOTION - 01
WELCOME


Channel armaan gadiitti isiniif dhihaate keessaa kan barbaaddan join godhadhaa! Dhangaalee miidhagoo guyyaa guyyaadhaan isiniif dhiheessina!

❍️ Madda Gammachuu
❍️ Odeeffannoo Haaraa
❍️ Oro Dinqisiisoo
❍️ Gorsaa fi Xinsammuu
❍ Haalduree Milkaa'inaa
❍️ Kitaabilee bifa PDF
❍ Beekumsa Waliigalaa
❍ Classical fi muuziqaa faaruu
❍ Oro Comedy fi Fiilmii

Dhugumatti itti bohaaraa irraa ni barattu. Hunduma bakka tokkotti argachuuf join kan jedhutti bu'aa!


JOIN ALL CHANNEL HERE!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███


Free promoter: Getu Abera yookiin Getpostbot Qunnamaa!
265 viewsGetu Abera✟, 18:25
Open / Comment