Get Mystery Box with random crypto!

Kan dhageessisee dubbisu, kan eegu yaa gammadu! ============= | YESUS NI DHUFA

Kan dhageessisee dubbisu, kan eegu yaa gammadu!
===================

Abdiin keenya guddichi Macaafa Qulqulluudha! Qajeelchaan jireenya Kiristaanummaa keenyaas asuma keessa jira! Garuu guyyaatti hangam dubbista? Hanga ammatti caaffata asi keessa jiraan keessaa meeqa dubbiste?

Yoo dubbiste Eebbifamtee jirta jabaadhu! Yoo hin dubbisne maaltuu si dhorke? Gooftaan Abbaa kee ta’u ni amantaa? Ilmi ykn Intalli waa’ee abbaa isaa/ishee hin beekne nama gaariidha jettee amantaa? Ishoo kanaaf har'a kaastee akka dubbistu abdiin qaba! Gooftaan immoo si gargara!

Nagaan siif yaa baay’atu! Nagaan ooli!

Guyyaa gaarii!



============
J o i n
============

@MaranataYesuus
@MaranataYesuus
@MaranataYesuus