Get Mystery Box with random crypto!

Yerichi Baayee Hammaateera Dhuguma yeroon dammaaqnu Amma Addun | YESUS NI DHUFA

Yerichi Baayee Hammaateera Dhuguma yeroon dammaaqnu Amma
Addunyaan kun Warra Kan kiristoos ta'an mitii warruma kan isaa ta'aniifiyyuu dhiphiftuu,cinqituu fi rakkiftuu ta'aa jirti.

Addunyaa keenyarraattii Waan Yaddeessaa fi sodaachisaa akkasumas waan gaddisiisaa qofa dhaga'uun lapheen namootaa yeroo itti cabaa oolu keessa jirra.Nuti garuu Taateen kun maaliif akka ta'aa jiru nibeekna ni hubanna kanaafis akka warra dammaaqaniitti Waan hundumtuu maaliif akka ta'an isin yaadachiifna isin tajaajiluurrattis argamna.

ofii wanti suura irraatti mul'atu kun maali...Itti fufaa
https://www.christiannewsethiopia.com/?p=1546
https://www.christiannewsethiopia.com/?p=1546