🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

'walaloo Ayaanaa Tekile ( Ayo wz ) | Hacaaluu official

"walaloo
Ayaanaa Tekile
( Ayo wz )

Edaaaa......
Dhugaa jaalalaan na hiitee
Maaf onnee koo miitee?
Takkaa anoo si hin shakkinee
Narratti yaadda jedhee si hin yakkinee
Hin dagattee waadaa sanaa
Isa naan jette jecha gaafa sana
Si hin miidhu jettee waadaa na galtee
Akkamiin na gantee arra na gattee
Edaaa ammana jaalalli jaranaa
Dhugaa fakkaatee arra na ganaa?


Walaloo ergachuf @kedir_yasin

https://t.me/joinchat/2jMqc1azRh81N2Fk