🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Beellama Habashaa Abbaa: yaa ilma koo arra namtichi tokko bil | Biiroo Barnootaa Oromiyaa

Beellama Habashaa

Abbaa: yaa ilma koo arra namtichi tokko bilbila yeroo bayyee narratti bilbile sin ajjeesa nan jadhee na sodachisa jira.

Ilma: yomiin si ajjeesa siin jedhe?

Abbaa: arra sa'aati 6 irratti na egadhu nan jedha, arra narra dhuumatte natti fakkaata yaa ilma koo

Ilma: ayzoo abbaa koo hin sodaatin

Abbaa: maliif? wan abdatte qabda?

Ilma: Lakkii Habashaan wan beellama hin kabajneef hanga sa'aa 8 ykn 9 lubbuun turu ni dandeessa hin jedhuun seetani.
Feetan kofla ani kotiif kofleen jira

Mee ummanni Beellama hin kabajne Afaan kamiin Finfinnee teenya jedhe dubbata?

Maaliga natti callisuun aboo hiriyoota ketiif Share, wajjiin shashaa ha jannuti.
@orosarcasm
@orosarcasm