🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

BEEKSISA HOJII °°°°°°°°°°°°°°°°°°°° Beeksisa Qaxarrii Haaraa B | Oromo_Media

BEEKSISA HOJII
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
Beeksisa Qaxarrii Haaraa Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa Hakima Waliigalaaf Baasee
- Muuxannoo: 0
- Baay'ina: 1000
- Miindaa: 8,097
- Bakka Galmee: Finfinnee, Saarbeetitti kan argamu Biiroo Eegumsa Fayyaatti.
- Yeroo Galmee: hanga 21/8/2013tti
Share waliif godhaa.
@Oromo_Media
@Oromo_Media