Channel address:
Categories:
Education
Language: English
Subscribers:
9.52K
Description from channel
🌟Teachers and students help center channel
📚university students
📚 Dept books
📚fresh man course
📚Grade 9 - 12
📚Grade 5 - 8
📚Grade 1 - 5
↪Share and Support your friends
🌟Qaroo'n argartuudha ( ija 👁👁)
Inbox 📩 @QarooOnlineLearnBot
.
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
0
4 stars
1
3 stars
0
2 stars
0
1 stars
2
The latest Messages
2022-12-02 21:27:17
New Afaan oromo music
Sirbotaa afaan Oromoo haaraa fi miidhagoo ta'aan argachuuf kunooti liinkii kana gadii tuquun join gochuun argatuu
t.me/New_Afaan_oromo_music
t.me/New_Afaan_oromo_music
@New_Afaan_oromo_music
OPEN
163 views18:27
2022-12-02 18:02:37
#Kutaa_12ffaa
#Wallaggaa
Qormaata Bbiyyoolessaa kutaa 12ffaa marsaa lammaffaa(plan B).
Guyyaan qormaata Muddee 11-14/2015.
Waliif qoodaa!
Info WWW.QAROO.ORG
More @QarooMagazine
478 views15:02
2022-12-02 18:02:37
#Yaaddachiisa
#Barattoota_Kutaa_12ffaaf
Qormaannii seensa yuniversitii kutaa 12ffaa 'plan B' aanolee Godina Shawaa Lixaa 7 ilaallatu Mudde 11, 2015 eegalee kan kennamu ta'uu ifoomeera.
Barattoonni kunis Mudde 7-9,2015 tti gara yuuniversititti kan geejjibsiifaman ta'uu ibsuun aanaaleen dursanii haala akka mijeessaan Wajjirri Barnootaa Godina Shawaa Lixaa beeksiseera.
Aanaaleen kunis
1.Abuunaa Gindabarat
2. Gindabarat
3.Cobii
4.Daannoo
5. Jibaat
6.Midaqanyiifi
7.Dirree Inciinniidha.
Barattoonni aanaalee biroo sababoota gara garaan galmaahanii marsaa itti aanu kanatti akka qoramaniif kallattiin taa'ee tures akka of qopheessan eerameera
Yuniversitii qormanni itti kennamu hordofnee kan isin beeksifnu ta'a.
Madda:- Kominikeeshiinii Godina Shawaa Lixaa
Info WWW.QAROO.ORG
More @QarooMagazine
434 views15:02
2022-12-01 14:05:18
More visit WWW.QAROO.ORG
✤Join more @QarooOnlineLearn
More on YouTube
1.1K viewsedited 11:05
2022-12-01 14:05:12
Validated Competencies for Band VI (Social Science and Humanities)
More visit WWW.QAROO.ORG
✤Join more @QarooOnlineLearn
More on YouTube
832 viewsedited 11:05
2022-12-01 14:05:01
Validated Competencies for Band V (Business and Economics)
More visit WWW.QAROO.ORG
✤Join more @QarooOnlineLearn
More on YouTube
581 viewsedited 11:05
2022-11-23 23:00:15
Bu'aan qormaata kutaa 12ffaa yoom ifooma?
Bu'aa Qormaata Biyyaalessaa 12ffaa ilaalchisee Ministeera Barnootaa gaafanneerra.
Barattoota sababa adda addaatiin qormaata hin fudhanneef qormaata ba’uu kutaa 12ffaa marsaa lammataa kennuuf Ministeerichi qophii taasisaa jiraachuu dhageenyeerra.
Akka odeeffannoon Ministeericharraa nu qaqqabetti bu'aan waliigalaa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qormaata marsaa lammaffaa booda kan labsamu ta'a.
Dabalata: @QarooOnlineLearn
Info WWW.QAROO.ORG
More @QarooMagazine @QarooMagazine
915 viewsedited 20:00
2022-11-13 23:05:04
Qaroo Magazine Facebook page
Karaa fuula Facebook tin oduu fi odeeffannoo kenyaa argachuuf kunooti page kenyaa like follow gochuun nu hordofaa bit.ly/Qaroomagazinefacebook
bit.ly/Qaroomagazinefacebook
1.3K views20:05
2022-11-09 20:08:19
#Beeksisa
#Yuunivarsitii_Odaa_Bultum
Barattoota Haaraa Saayinsii Uumamaa Hundaaf!
Qormaanni Gahuumsa Ogummaa(#Coc) kan gaafa Sadaasa 9/2015 kennamu gosa barnootaa asii gaditti ibsaman kan of keessatti qabatu ta'uun ibsameera.
Isaanis:- English
Mathematicsfi
Physics dha
Barattoota Haaraa Saayinsii Hawaasaa Hundaaf!
Qormaanni Gahuumsa Ogummaa(#Coc) kan gaafa Sadaasa 9/2015 kennamu gosa barnootaa asii gaditti ibsaman kan of keessatti qabatu ta'uun ibsameera.
Isaanis:- Englishfi
Critical Thinking
Kanaaf Koorsiiwwan kana irratti of qopheessaa.
Maddi:- Yuunivarsiticha
More visit WWW.QAROO.ORG
✤Join more @QarooOnlineLearn
More on YouTube
770 views17:08
2022-11-09 13:58:01
#Jijjiirraamuu_Guyyaa_Galmee
#Yuunivarsitii_Wallaggaa
Guyyaan galmee barattoota idilee Yunivarsiitii Wallaggaa gaafa Sadaasa 05 fi 06, 2015 akka gageeffamu beeksisnee turre gara Sadaasa gaafa #13_fi_14/2015tti darbuu isaa isin beeksisna
More visit WWW.QAROO.ORG
✤Join more @QarooOnlineLearn
More on YouTube
281 viewsedited 10:58