Get Mystery Box with random crypto!

Robale Tube

Logo of telegram channel robaleofficials — Robale Tube R
Logo of telegram channel robaleofficials — Robale Tube
Channel address: @robaleofficials
Categories: Marketing , Uncategorized
Language: English
Subscribers: 229
Description from channel

We dedicated to promote all Afan Oromoo telegram channel & groups.
Contact us @robi17

Ratings & Reviews

3.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages

2021-09-02 00:42:48 Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.
21 views21:42
Open / Comment
2021-07-20 08:11:46 Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.
103 views05:11
Open / Comment
2021-07-14 12:24:01 Odeeffannoo waqtawaa haala yeroo irratti xiyyeeffatan chanaalaa keenyaa GADAA MAGAZINE itti dabalamuun maatii ta'a.

Join : @Gadamagazine
122 views09:24
Open / Comment
2021-06-26 01:33:07
#Alert

Albama Maalii Mallisaa keessa sirbi mata dureen isaa "Ilma namaa" jedhu heyyamaa maatii malee seeran alaa yuutubii irratti fe'ame.

Sirbootaa Artist Hacaaluu Hundeessaa osoo lubbuun jiru hojjatee fi CD'dhaan uummataa biraan gahuuf yaadamee qindeeffamaa ture keessa sirbi 'Ilma Namaa' jedhu heyyamaa maatii malee yuutubii irratti fe'ame mul'ate.

Sirbi kun daqiiqaa muraasa duraa 'ITunes' irratti karaa onlaayinii akka gurguramuu fi dhaggeeffatamuuf fedhaa maatiin ergaa gadhifamee booda haala hin eegamne fi qaama biraan haatamee yuutubii irratti fe'ame argame.

Furmaanni isaa maalii?

Egaa sirbi kun qaaniif sodaa tokko malee chaanalota yuutubii namoota dhuunfaa garaagaraatti fe'ame jira. Namoonni hedduun itti dammaquun REPORT gochuun sirbichi akka haqamuu taasifama jira. Duulli REPORT gochuu cime itti fufu qaba.

Albamni kun hojii fi dadhaabbii dhuma Haacaaluun uummataa isaaf gumaache darbee waan ta'eef qaamni sirbicha yuutubii irratti fe'e jiru hatattamaan balleessuu qaba.

@Gadamagazine
@Gadamagazine
171 views22:33
Open / Comment
2021-04-09 13:09:58 Mohaammad Deeksisoo eessa akka geeffame erga wallaallee torbee darbeera jedhan maatiin.

Dargaggoon kun erga guyyoota saddeetiin dura qaama nageenyaatiin fudhatamee hanga ammaa eessa akka jiru hin beeknu jedhan maatiin Mohaammad Deeksisoo.

Abukaatoon isaa Obsinaan gamasaatiin, dargaggoon kun buufataalee poolisii magaalaa Jimmaa keessa jiran lamaan keessa akka hin jirre mirkaneefanneerra jedhuun BBC'tti himan.

Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa maal jedha?

Guutummasaa dubbisaa
https://www.gadaamagazine.com/Recent-News/details/234/Mohaammad-Deeksisoo-eessa-akka-geeffame-wallaalaamee-
259 views10:09
Open / Comment
2021-04-05 22:30:38
216 views19:30
Open / Comment
2021-04-05 15:58:17 Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.
168 views12:58
Open / Comment
2021-03-31 13:27:55
www.daldalaa.com

Marsaariitiin daldalaa www.daldalaa.com jedhamu ifoomun tajaajila eegale.

• www.daldalaa.com warraaqsa diinagdee keessatti bu'aa guddaa taphata jedhamee eegama.

• Daldaltoonni kamiyyuu galmaa’uun meeshaalee fi tajaajila keessan marsaritii kana irratti gurgurachuu ni danda'u.

• Fayyadamtoonni marsaariitii kana irraa meeshalee barbaaddan hundaa karaa salphaa ta'een argachuu ni danda'u.

• www.daldalaa.com irratti galmaa’uun meeshaalee akka bilbila, laptooppii, Taableetii, Tiivii, konkolaataa, mana jireenyaa uuffataa fi kkf bitachuu fi beeksifachuu ni danda'ama.

Galmaa’uun tajaajila kana fayyadamaa.

www.daldalaa.com/register
www.daldalaa.com/register
157 views10:27
Open / Comment
2021-03-30 15:22:43
Gadaa Magazine maatii barattootaa fi barattootaa kutaa 12ffaa sababa netoorkiin firii isaanii hin ilaaliin jiran gargaaruu feedha.

Barattoonni 'Registration number' keessan qofa garaa @gadaamagazineBot nuf ergaa. #SHARE

@GadaaMagazine
@GadaaMagazine
134 views12:22
Open / Comment
2021-03-29 16:06:00 #MinisteeraBarnoota

Qabxii olaanaan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa 669 ta'uun galmaa'e.


Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2012 fudhatan 702 qabxii 600 ol galmeessuun isaanii ibsameera.

Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa 2012 fudhatan walakkaan firii qormaaticha 350 ol galmeessaaniiru.

Firii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee Ejansiin Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Biyyaalessaa ibsa laateera.

Ibsa guutuu

https://www.gadaamagazine.com/Recent-News/details/233/Qabxii-olaanaan-qormaata-biyyaalessaa-kutaa--
133 views13:06
Open / Comment