Get Mystery Box with random crypto!

Riyadul Jannah Tarbiya Team

Logo of telegram channel sanduyusra — Riyadul Jannah Tarbiya Team R
Logo of telegram channel sanduyusra — Riyadul Jannah Tarbiya Team
Channel address: @sanduyusra
Categories: Uncategorized
Language: English
Subscribers: 945
Description from channel

🔈Da'awaa haala yeroo
🔈Seenaale ulamai,sahabota fi ambiyota
🔈Odeyfanno waytaawa fi goosota barnota biraa arkachuf Riyaadul Jannaa Tarbiya Team link isa join godhun bilisan fayyadamaa.

Ratings & Reviews

2.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

2


The latest Messages

2021-09-01 23:18:49
Nama qabso ummata barsiise. Nama gaafa ummanni Media hin qabne Media bane ummataaf sagale tahe. #Radio_Daandii_Haqaa Seenaa qabsoo islaamaa fi oromoo kessatti gahe guddaa qaba. Kaayyo fi Daandii qabso Director RDH jalqabe tana galman genya Inshaa Allah.

Goota fi Qabsaawa Kenya Jaal Hamzaa Borona Rabbi ngyn sihaabaasu. Namni Leenca kana jaalattan Media qabso islaama kan @Riyaduljanna kanatti dabalama.
61 viewsHaafizo Haafize, 20:18
Open / Comment
2021-08-28 23:33:56 Ija lamaanu maaltu sidhaamse?

Seenaa Bareeddu laali

Gaafa Urwat ibnu Zubeyri miilla tokko fi ilma tokko ganda kessumma dhaqetti dhabe san mooticha bira kessumman takka dhufte kessumicha kessa namni tokko ijji isaa lameenu ballaadha
Kana mootichi yaame gaafate.
_/_
Moti- "ija lamaanu maaltu sidhaamse?" jae
Gurba-"Gaafa tokko roobni guddaan roobee mana fi qabenya kiyya hunda galaanni fuudhee jaarti fi ilmaanis narraa fixee Gaala tokko fi muca daa'ima tokko qofatu hafe achiin oso demnuu gaalli kiyya naduraa fiigee muca kiyya dhiisetin jala fiige qabuuf jala fiynaan ifdubatti muca kiyya isaa iyyun dhagahee gara galee laallan yeeyyin dilli nyaachutti jirtii
"
_/_
Aaah laalmee itti fufe waan jae
"Yoon gama mucaa kiyya debies yeeyyi irraa dhorku hin dandayuu firraa gaaluma kiyya jalaan fiigee akkumaan dhaqabeen gaalli fuula kessa nadhiite ijji tiyya lamman nabeyxee Rabbi kiyyattin hisaabbadhaa" jae

____/_
Laalme dhiirti dila kana mudatte obsite Rabbi biratti mindaa hisaabattii.
---Rabbi jajabdu nuhaagodhu.
@SanduYusra
Il
@SanduYusra
132 viewsHaafizo Haafize, 20:33
Open / Comment
2021-08-17 20:32:10 Aashuuraan Roobii moo Khamisa?

Guyyaan Aashuuraa kan Mootummaan Suudii labse gaafa khamisaati. Kan Misra labsite Roobiidha. Maalumaafuu guyyaa Roobiifi Khamisa haa soommannu. Sababni isaatiis,
Tokkoffaa:- Aashuuraa kophaa isaa soommanuu caalaa Muharram sagaliifi kudhanii soommanuun filatamaadha.
Lamaffaa:- Aashuuraan gaafa Roobii ta'us khamisa ta'us shakkii tokko malee mindaa arganna.

Warri guyyaa Salaasaa soommantanis jaalatamaadha. Sababni isaas "Irra Caalaan soommanaa eega Ramadaanaati kan Baatii Rabbii Muharrami." Rasuul (saw). Khamisa soommanuu hin dagatinaa. Share waliif godhaa.

#Media @Riyaduljanna
200 viewsHaafizo Haafize, 17:32
Open / Comment
2021-08-17 09:50:09 Garagaruma saa
عاشوراء .....Ashura

لأهل السنة مغنم



وللروافض مأتم

Rafidotaf gadda
ولليهود مأثم

Yahudotaf dillidha(badidha)(yakka)

فاليهود فيه يرقصون

Yahudoni ni sirbian ni cafarran(tabatan)

والروافض يبكون ويلطمون

Rafido ni boyyan mallasani cafaqun dhiga irra yasan

وأهل السنة يصومون ويوحدون

Ahla-sunnan ni somanan

نسأل الله السلامة والعافية

@princess_kunuzi
@princess_kunuzi
187 views𝙺𝚄𝙽𝚄𝚉𝙸 𝚃𝙰𝙷𝙰, 06:50
Open / Comment
2021-08-16 13:37:35
Oduu Dhimma Islaamaa
165 viewsHaafizo Haafize, 10:37
Open / Comment
2021-08-16 05:45:18 Onnen Ati qabdu takkuma takkiti sanu jalala Rabbitin fayii

@princess_kunuzi
173 views𝙺𝚄𝙽𝚄𝚉𝙸 𝚃𝙰𝙷𝙰, 02:45
Open / Comment
2021-08-16 05:45:18 Jirenya ilma Nama Akka muka muka jattu kan godhu malaqa dhabuu oson tahiin dinii dhabudha

@princess_kunuzi
@princess_kunuzi
172 views𝙺𝚄𝙽𝚄𝚉𝙸 𝚃𝙰𝙷𝙰, 02:45
Open / Comment
2021-08-10 22:06:58
Baga Baga
Baga
Baga Waggaa Haaraya Gessan
Alhamdulillah Summa Alhamdulillah
1443
Hijraa Rassuula Rabbi
Nagayaa fi Rahmanni Rabbii irratti haa bu'u.

Maatii Media qabsoo Islaamaa tahaa
#Media @Riyaduljanna
200 viewsHaafizo Haafize, 19:06
Open / Comment
2021-08-09 22:08:21

~ ማልቀስ የድክመት ምልክት አይደለም
ይልቁንም በጣም ረጅም ጊዜ ጠንካራ
ስለነበርሽ ብዙ ከአቅምሽ በላይ ስለቻልሽ/ክ
ነው።

~~ አንዳንዴ ለመዳን ይለቀሳል!



@kho_wlaa
204 views𝙺𝚄𝙽𝚄𝚉𝙸 𝚃𝙰𝙷𝙰, 19:08
Open / Comment
2021-08-09 15:09:07
220 viewsجابر جوحار, 12:09
Open / Comment