Arjummaan humna ofii, qabeenyaa fi yeroo ofii aarsaa gochuun nama gargaaruu qabdu bira dhaabbachuuun gargaaruudha.