Wantoota armaan gadii garee kanatti yoo ergitan garee keessaa baafamtu; 1. Link hin barbaachifnee fi soba(scam) ta'e 2. Assignments 3. Arrabsoo Irra hin deddeebi'inaa malee Link YouTube ykn Telegram kan barumsa dabarsu qofa erguu ni dandeessu.