Channel address:
Categories:
Animals ,
Automobiles
Language: English
Subscribers:
20.24K
Description from channel
Seenaawwan gaggabaaboo
Walaloo
Ergaa
Gaaffii fi deebii
Yaadota mo'atoo fi kanneen biroos argachuuf. Miseensa chaanaalii keenyaa ta'aa.
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
0
4 stars
1
3 stars
1
2 stars
0
1 stars
0
The latest Messages 5
2023-06-06 10:00:09
FAYYUMMAA ASHEETA ATARAA
Dr. Mohammed Kedirin1).
Bulaa'insa nyaataa fooyyessuuf
2). Dhiibbaa dhiigaa to’achuu
3). Fayyaa ijaa fooyyessuu
4). Guddina kaanseeri dhorkuu
5). Miira keessan guddisaa
6). Yeroo malee dulloomuu ittisuuf
7). Jabina lafee dabaluuf
8). Yaaddo ittisuuf
9). Koolestroolii hamaa gadi buusuf
10. Kaansarii garaachaa ittisuuf
11). Pirootiinii baay’ee qaba
12). Hojii Tiruu ni gargaara
13). Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu
14). Dhukkuba asmii ni ittisa
15). Dhukkuba garaachaa ni fayyisa
16). Ayiraniin kan badhaadhe@A4mulaa_jireenyaa
1.9K viewsedited 07:00
2023-06-06 09:08:37
#Ajaaiba_Bar
~~~~
Tokkootu hiriyyaa #Activist qabutti akka garaan dhiheenya kana isa dhukkubu itti himate.
#Activistichis xiinxala taasiseen " Garaan kee duwwaa tahuu hin oolu . " jachuun madda rakkina dhukkubbii garaa isaa himeef.
Mucaanis yaroo kana " Atis wanni yeroo hunda #Mataan si dhukkubuuf kanumaaf tahuu hin oolu " jachuun ininniis sababa dhukkubbii mataa #Activistichaa ibseef.
" Warri dhukkubbii mataa qabdan mataatu hongee beekumsaatin dhahame. kana hubachuun dafaa if dhaqqabaa ! "
@A4mulaa_jireenyaa
1.9K views06:08
2023-06-05 12:43:56
Kolfi kolfi Naan jedhu
Ilkaan maaliin na kolfa
Obsi Obsi Naan jedhu
Garaa maaliin na obsa
Keessikoo madaa qaba
@A4mulaa_jireenyaa
968 viewsedited 09:43
2023-06-04 22:29:22
@seyfal_islaam
1.4K views19:29
2023-06-04 21:34:57
Abjuu Jechuun Kan Yeroo Raftu
Argitu Osoo Hin Taane Akka Ati
Hin Rafne Kan Si Godhudha!!!
1.5K views18:34
2023-06-04 15:25:53
1.9K views12:25
2023-06-04 15:00:29
Yeroo kanatti muslimaaf kan
barbaachisu Hoogganaa Akka
#Imaamu_Ahamadi kan lolee lolchiisu.
Kanuma dubbiin. #Muramte
@seyfal_islaam
1.8K viewsedited 12:00
2023-06-03 08:41:13
Masjiidni Hin Diigamu!!
—————-*————-
Turkitti projectiin hidha Ilsuu Jedhamuu beeksifame.
Projectiin kun kutee kan darbu mandara Hasankiif ishee tokko. Mandara kana keessatti masjida guddaa umurii dheeraaf seenaa qabu Iyuub jedhamutu jira.
Projectiin kun masjida kana waliin akkamitti akka deemu gaaffii keessa gale.
Projectii kanaaf immoo Masjiida diiguun ulfaataa ture.
Ogeessonni mala dhahuu eegalan.
Falas qabatanii dhufan masjida toonii 4600 ulfaatu kana utuu hin tuqamin gara biraatti jijjiiruuf murteessan. Masjiida kana kaasuuf Konkolaataa goommaa 352 qabu uumame. Daandiin Asphaaltii km lama baldhatu hojjatame. Masjiidichas iddoo sadiitti qooduuf qophiin xumurame. Kutaan Masjidicha xiqqoon lamaan dursa kaafaman. Itti aansuun Kutaan Masjidichaa toonii 2650 madaalu utuu wanna tokko hin ta’in iddoo yaadametti fe’ame.
Yoo kabaja Masjidaa beekan akkana. Biyya keenyatti immoo Masjiidni biyyeetti makamaa Qur’aanni Miilaan irra deemamaa,maaliif masjiidni diigama jedhee kan gaafate hidhamaa ajjeefama. Rabbi Nagaa haa fidu!!!
@seyfal_islaam
2.4K views05:41
2023-06-03 08:41:07
2.0K views05:41
2023-06-02 22:40:53
*Bakka hin rafnetti hin mugan*
Kan dabarte khuttee, alala guuruu dhiifnee fulduraaf akkam taana?
2.0K views19:40