Get Mystery Box with random crypto!

Hacaaluu official

Logo of telegram channel orointert — Hacaaluu official H
Logo of telegram channel orointert — Hacaaluu official
Channel address: @orointert
Categories: Entertainments
Language: English
Subscribers: 377
Description from channel

🎤 Sirbota Oromo Haaraa
📼 Sirbota Oromo Durii
📷 Suraawwan Garagaraa
📖 Senaa Gototaa
📄 Walalo Adda addaa
🌎 Oduu Wallagaa Arfan
📝 Yaada yoo qabaattani fi
📊 Beksisaaf yoo barbaaddan @kedir_Yasin
❤ oro ❤

Ratings & Reviews

3.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 28

2021-05-15 09:18:34 maqaan jallalle keeyi ykn ke Qubee irraa jalqabu tuqun waan aja'ibaa ilaalaa!!

A B C

D E F

G H I

J K L

M N O

P Q R

T U V

W X Y

Z
92 views卂爪丨尺 丂丨尺卂フ, 06:18
Open / Comment
2021-05-15 08:37:39
Oromoo maraaf baga nagaan gara channeli telegram guddicha oromoo #KUSH_TUBE dhuftan torban 3 gidduttii hordoftota 30,000 sene jira marre isini isa join jedhu tuqaati... barumsa irraa argadhaa
125 viewsKEDIR YASIN (walloo), 05:37
Open / Comment
2021-05-15 07:43:31 #Oduu_Ammee

Baga Gammadan
Barattoota baranaa gara University deemtan hundaaf.

Universitiiwwan hundii guyyaa kam akka waaman baruu warri barbaadan hundaaf
159 views(Abula) , 04:43
Open / Comment
2021-05-15 06:57:45
ውድ ተማልካቾቻችን በይመልሱ ይሸለሙ ለአማሪኛ መፀሐፍ ቅዱሳዊ ጥያቄ ነጌ ማብራሪያ ቪዲዮ የምንቀርፅላችሁ ይሆናል ጌታ ይባርከችሁ።

Beeksisa Daawwaattoota Youtube keenyaa fi Hordoftoota Ethiopian Christian Media Telegramii keenya maraaf!


Qophii Haaraa Gaaffii Macaafa Qulqulluun wal qabatu kan irraa barattanii fi ittiin bashannantan Isiniif Dhiheessuu jalqabnee turre.


Hundumti keessan Beeksisa kana Daawwaachuun Gaaffichas Daawwaadhaa Deebisuudhaanis akka badhaafamtanii isiniin jenna eebbiifamaa!

Gaaffiin Keenya kunoo Liinkii Viidiyoo kanarra jira




Gadituqaa Daawwaadhaa Deebii keessan
@SinahFilms_bot
Irraatti nuuf ergaa badhaafamaa!


JOIN & SHARE
@EthiopianChristianMedia
@EthiopianChristianMedia

https://youtube.com/channel/UCiOaZCwifFZf_dzBx3jNPFQ
172 viewsJossy Tujuba, 03:57
Open / Comment
2021-05-15 01:03:53 #Oduu_Ammee

Baga Gammadan
Barattoota baranaa gara University deemtan hundaaf.

Universitiiwwan hundii guyyaa kam akka waaman baruu warri barbaadan hundaaf
323 views(Abula) , 22:03
Open / Comment
2021-05-14 23:44:28
Vedio aja'ibaa milishaan naannoo Amhara uummata walloo irratti dhukasa bananii gaafa Abo 5'neen gaafa ...... itti fufuuf
176 viewslami nato, 20:44
Open / Comment
2021-05-14 22:34:10
Vedio aja'ibaa milishaan naannoo Amhara uummata walloo irratti dhukasa bananii gaafa Abo 5'neen gaafa ...... itti fufuuf
3 viewslami nato, 19:34
Open / Comment
2021-05-14 22:15:38
Hattuu seenaa afaan soba baree
Dhugaa dubbachuu hin feene
Kan lallaba isaanii osoo nuffinuu
Jaarradhaa jaarratti ceene
Dhugaa awwaalame qotee baasee
Haacaaluutu dubbate
Gaafas iccitiin fakkeessitootaa
Fuulletti bahee mul'ate
Seenaa xuraawaa barreessanii
Iyyanii lallabaniiru
Gaafa dhugaan abbaadhaf galtu
Nama faarsan dhabaniiru
Goonni ittiin dhaadachaa turan hundi
Qoratamnaan keenya ta'e
Zarraaf ye Balaay zar nanyi jechuun
Dubbiin jalaa fashalaa'e...
Ati nuuf agarsiistuu daandii dhugaati
Hoollachiistuu dabeessaa
Ati nuuf goota yeroo hundumaati
Haacaaluu ilma Hundeessaa!

#share

Join @IttiqaaTafari
@IttiqaaTafari
35 viewsHakish , 19:15
Open / Comment
2021-05-14 21:36:04 #Oduu_Ammee

Baga Gammadan
Barattoota baranaa gara University deemtan hundaaf.

Universitiiwwan hundii guyyaa kam akka waaman baruu warri barbaadan hundaaf
92 views(Abula) , 18:36
Open / Comment
2021-05-14 21:27:29
Namota debi isaa debisani badhaafamoo ta'aanifi gaaffi akkas akkasi argattani debisaa debisudhaan badhaafamoo ta'uuf isa join group jedhu tuqaa
77 viewsKEDIR YASIN (walloo), 18:27
Open / Comment