2022-01-16 14:00:16
☆Gaaffiif deebii marsaa 106ƒƒαa
☆ Daandii Jijjiramaa-Kutaa 1ffaa
____
[1] Hawwiin hojii malee kayyoo kee galmaan gahuu hin danda’u?
#A | Dhugaa #C| Lakki
[2] Rabbi nama haa baasu, hundarra badaan kami?
#A| Namoota wanta badaa osoo hojjataa jiranuu balaan itti bu’ee ergasii balaa sanirra barnoota fudhachuun jireenya ofii sirreessan.
#B| Namoota kitaaba wayii dubbisuun ykn dubbii nama tokkootin jireenya ofii foyyeessan.
#C| Namoota osoo balaallen itti bu’ee barnoota fudhate of sirreessu hin feenedha.
#D| Nama osoo beekumsa qabuu kan itti hin fayyadamnee fi hojii irra kan hin oolchineedha.
[3] Kaayyoon jireenya keenya inni guddaani fi inni dhumaa kan ta'uu qabu.
#A| Jaalala Rabbii argachuu.
#B| Jannata seenudha.
#C| Qabeenya guddaa horachuu.
#D| "C" malee hunduu sirriidha.
[4] Gaafii tami gaafiin namoota hedduu qilee kufaatitti darbitee?
#A| Maal haa hojjadhu?
#B| Akkamitti haa hojjadhu
#C| Maaliif hojjadha?
#D| Yoom hojjedha?
[5] Qur'aanni Kaayyoon ilma namaa maal akka ta’e yoo ibsa?
#A| Akka isa [Allaaha] qofa gabbaran.
#B| Mindaa duniyaa akka argatan
#C| Kallatti qiblaatti garagaluun akka sagadan.
#D| Deebiin hin jiru.
[6] Nama hojii iklaasa hin qabne hojjetu tokko, hojii sana akka dhiisuu gootu moo, maal isa gorsitu?
[7] Gaafilee sadan sababa kufaati namoota hedduu taate ibsi.
maqaa hin irraanfatinaa!!
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※ yeroon deebiin itti xumuuramu.
※ hanga salaata fajrii 11:00 .
※ ြၜAl-risala-tube
※ ြၜGaarommina qalbii.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
159 views11:00