2022-01-09 14:00:09
☆Gaaffiif deebii marsaa 105ƒƒαa
☆ Boqonnaa sammuu (peace of mind) kutaa 3ffaa
____
[1] Sheyxaana jala bahuuf isa waliin qabsaa’u osoo hin ta’iin, Rabbiitti isa mangafachuu fi du’aayi gochuudha.
#A | Dhugaa #C| Lakki
[2] Maaltu sammuu nama jabeessa/qara? jechuun gaafatame Abdullah Muhammad bin Isma’il deebisaan...
#A | Dalagaa malee Yeroo heddu boqachuu.
#B | Yeroo hundaa kitaaba keessa ilaaludha/dubbisuudha.
#C| Yaada heddumeessuu.
#D| Hunda
[3] ........... Brainwash (yaada qabatan akka jijjiran godhuu meeshaa waraana isa badaa ta’ee jira.) dhugaa soba,soba dhugaa fakkeessun sitti dhiheessa.
#A| Hiriyyaa badaan #B| Kitaabilee gargaraa
#C| Miidiyaan hawaasaa #D| Deebii hin qabu.
[4]Beekkamaa ta’uuf dharra’uun miidhaan inni qabu.
#A| sammuu namaa jeeqa
#B| Iklaasa nama dhabsiisa.
#C| Dhippina namaa dabala
#D| Hundaa
[5]Waa’ee beekkama ta’uuf dharra’uu abbootin salafaa keenya maal jedhu?
[6]Waantoota Boqonnaa Sammuu akka argannu nu qarqaarn kutaa kana keessatti eeramn muraasa.........
maqaa hin irraanfatinaa!!
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※ yeroon deebiin itti xumuuramu.
※ hanga salaata fajrii 11:00 .
※ ြၜAl-risala-tube
※ ြၜGaarommina qalbii.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
614 views11:00