🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Gootni ni yaadatama Takkaa yoomdagatama Gochaaf jechi gootaa | ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

Gootni ni yaadatama
Takkaa yoomdagatama

Gochaaf jechi gootaa
Hin badu yoomillee
Seenaan galmeessee kaa'a
Akka hin dagatamnee
Seenaan sammuu qaba
Kana akka hin daganne

Warri seenaa hin qabne
Warri ergamuubarte
Egaa maal siif wayyaree
Yeroonoo sittitarteee

Maal siif wayyaree gantuu
Atoo seenaa hin qabdu
Kan ittiin yaadatamtu?
Uuu'uuuu jedhiitii iyyi
Mala biraa hin qabduu!


@kuusaa_walalooAo
@kuusaa_walalooAo