🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

GORSA... ▬▬▬▬▬▬ ➊. Yeroo mijaa'aa hin eeggatin yeruma kana fu | ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

GORSA...
▬▬▬▬▬▬
➊. Yeroo mijaa'aa hin eeggatin yeruma kana furadhuu mijeeffadhu!

➋. Nama si amanu gonkumaa hin sobin; nama si sobu gonkumaa hin amanin!

➌. Waan darbe irraanfadhu garuu irraa bari!

➍. Wanti of duuba si deebisu ilaalcha mataa keetiiti!

➎. Miira kee too'adhu malee hin garboominiif!

➏. Jiruun kun akka bishaan garbaati; inni yoomillee hin tasgabbaa'u sumatu akkaataa itti daakan barachuu qaba.

➐. Namni gaafa barbaadee of argate, jireenya haarawaa jiraachuu jalqaba.

➑. Namni tokko yoo hin dandeessu siin jedhe, hamma isaa sitti agarsiise malee kan kee miti. God bless you!

➦ Hiriyyoota keef hiruu hin dagatin!

➦ Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι

sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​

@Aliif_generation
@Aliif_generation