🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

DR-AID AL QARNIIN AKKANA JEDHAN Ati duniyaa kanarra yeroo | ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

DR-AID AL QARNIIN AKKANA JEDHAN

Ati duniyaa kanarra yeroo tokko qofa jiraatta

yeroo dogoggoorte dhiifama gaafadhu

yeroo nama yaadde barbaadii dubbisiin

yeroo nama jaallatte himiif hin callisinii

Namni si argu hundi akka keetii tahu akka haawwu godhi

kan si beeku waan gaarin akka si qunnamu rabbiin siif kadhata waan ta'eef

Kan waa'ee kee dhagahuu si argu fedha

Namni haala gaarin urgeefame urgaan isa hin dhumtu utuu biyyee jala jiraatte


@seyfal_islaam2nd
@seyfal_islaam2nd