🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

'Jaalalli anaaf haaraadha Kanaaf keessi koo miidhame Natti hin | ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

"Jaalalli anaaf haaraadha
Kanaaf keessi koo miidhame
Natti hin murteessin
Yaa jamaa
Furmaata dhabeen rakkame

Beek anaa miti isheenuu
Moo'amuu kiyya hubatte
Akkan dandeenye garaankoo
Ni beekti kanaaf roorrifte"

Hacee