🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Furmaanni jaalala Jaalachuun badii miti Ati maaf na jibbita | ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

Furmaanni jaalala

Jaalachuun badii miti
Ati maaf na jibbita
Jibba osoo hin taane
Jaalalatu injifata

Foormulaan inni duraa
Argachuuf wanta feete
Jibba dhiisuudha ati
Jaalala filattee

Jaalala ibsuuf jedhee
Nan dhabe jecha anuu
Ilmi namaa hunduu
Mee wal haa jaalannu

@A4mulaa_jireenyaa