🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

'Miidhamuun qomoo koo Na dhukkubnaan malee Anuu homaa hin qab | ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

"Miidhamuun qomoo koo
Na dhukkubnaan malee
Anuu homaa hin qabuum
Waanin nyaadhu galee
Qomoon kiyya cabuun
Sammuu na maraachee
Kanaaf waanin qabun
Lammii koof gumaachee!'
~
GALATOOMAA HARME

@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa