🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Harmee harma lakkuu Anaaf jecha cabdee Ofii keef gugguftee Ana | ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

Harmee harma lakkuu
Anaaf jecha cabdee
Ofii keef gugguftee
Anaan ol na qabde

Ati gugguufteefan
Ol jedhee dhaabbadhe
Dadhabbii keetiinan
Boqonnaa argadhe

Harmee koo yaa aayyoo
An waa tokko-n jedhuu
Hamma jiraachuun bareedu
Ati naaf jiraadhu


@tulu_dawo
@tulu_dawo
@tulu_dawo


@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa