🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Eebla 15 ~ Diinni adda sin baasuuf Utuu isheen ilkaan qartuu | ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

Eebla 15
~
Diinni adda sin baasuuf
Utuu isheen ilkaan qartuu
Warri dhugaaf jiraattan
Goototni Oromoo martuu

Shiraaf dhara daldaluu
Bu'aa dhuunfaa gantanii
Warri dhaloota kanaaf
Daandii haaraa bantanii

Kaayyoo manaa baataniif
Irbuu dhiigaan eegdanii
Warri osoo walin qoodiin
Lubbuu itti wareegdanii
~
Warri Sabaaf of laattan
Rakkina dandeessanii
Galatoomaa ulfaadhaa
Guyyichatu keessanii......!



@A4mulaa_jireenyaa