🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

'Diinni koo diina kee Sobeet si naalchaa, Abbaatu wal'aanata C | ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

"Diinni koo diina kee
Sobeet si naalchaa,
Abbaatu wal'aanata
Cabaa cinaachaa.

Duraanu wayyoo edaanuu...
Duraanu sababni miidhama kootii
Miidhaga keetii!

Sababni miidhama keenyaa
Edaa miidhaga keenyaa.

Duraanu, duraanu, duraanuu
Wayaa harcaasaa funaanu.
...........................
Duraanu, duraanu, duraanuu
Yoo gamtooman diinarra aanu."

#Galaana_Gaaromsaa

:¨·.·¨: ❀  
 `·. @A4mulaa_jireenyaa