🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

◆━━━━━━━▣✦▣━━━━━━━━◆ Namni yaada hamaa qabu Gooftummaa irraa | ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

◆━━━━━━━▣✦▣━━━━━━━━◆

Namni yaada hamaa qabu Gooftummaa irraa gabrummaatti jijjiirama,

Namni Obsa Qabummoo Gabrummaa irraa mootummaatti jijjiirama,

Seenaa yuusufii fi Zuleykaa Yaadadhu,

Yaada hamaa irraa
Bareechii fagaadhu
Waan mara irrattuu
Obsammoo Qabaadhu

▲───────◇◆◇───────▲

@A4mulaa_jireenyaa