Get Mystery Box with random crypto!

Ati utuu bishaan taatee Si dhugeen gadi ciisa Ati utuu midhaan | ͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯

Ati utuu bishaan taatee
Si dhugeen gadi ciisa
Ati utuu midhaan taatee
Si nyaadheen beela dhiisa

Ati utuu dhadhaa taatee
Situ afaanii na hin ba’u
Dhagaa taatee badde kaa
Maal abbaa koo siif ta’u?

#leta