Get Mystery Box with random crypto!

ATI┃• QAALII DHA. • Qabeenya hunda caalu addunyaan kuni si qa | ͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯

ATI┃• QAALII DHA.
• Qabeenya hunda caalu addunyaan kuni si qabdi!
• Eeyyeen si isa/ishee dubbisa kana dubbisaa jirtu!
• MAALIIF OF XIQQEESSITEE ILAALTA ATI?

▬▬▬▬▬▬▬
❏ Namni keessa jiraatu yoo dhibe addunyaan kuniyyuu duwwaa dha. Wanti baay'ee qaaliin addunyaan kuni qabdu warqii yookiin daayimandii miti. NAMA DHA! Ati qabeenyi addunyaan qabdu kuni si bituu hin danda'u! Gatii guddaa qabda waan ta'eef waan xiqqoon of madaaluu dhiisi! Humna haareffadhuu gara hojiitti gali!

☆☆☆☆☆☆☆☆☆
@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa