🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Baankiin keenya dubartootaa fi dargaggoota daldala xixiqqaa fi | Awash Bank

Baankiin keenya dubartootaa fi dargaggoota daldala xixiqqaa fi giddu galeessaa irratti bobba’an jajjabeessuuf liqii dhala madaalawaa fi wabii giddu galeessa ta’een haala mijeessuu isaa gammachuudhaan beeksisa.
Iyyachuuf haal-dureewwan armaan gadiitti tarreeffaman guutamuu qabu
Iyyattoonni lammummaa Itoophiyaa qabaachuu qabu.
Dargaggootaa fi dubartoota daldala qaban ta'uu qabu,
Intarpiraayizoonni hayyama daldalaa seera qabeessa, ragaa TIN, lakkoofsa eenyummaa qaban ta'uu qabu,
Baroota hojii daldalaa keessa turan yoo xiqqaate waggaa tokko (jalqabaaf  turtii ji’a 6) qabaachuu qabu
Iyyachuuf , dameelee Baankii Awaash isinitti dhihoo jiran daawwadhaa ykn kallattiin www.ethiomesmer.com seenuun iyyachuu ni dandeessu.
Kana malees, iyyattoonni magaalota naannoo adda addaa keessatti galmaa'uu ni dandeessu!
Haalawwanii fi dambiiwwan ni raawwatu.
Baankii Awaash!
#AwashBank #Awash #loan #smallbusiness #Ethiopia #ኢትዮጵያ #mesmermicroloan