🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Ministeerichi akka ibsetti Qabxii qormaata biyyoolessaa kutaa | 💻 Barannoo Tech 💻

Ministeerichi akka ibsetti Qabxii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ifa taheen, bara kana barattoonni 147,640 (88,153 dhiira 59,487 Dubara) dhaabbilee barnoota o’laanoo mootummatti ramadamanii jiru.

Haaluma kanaan: Qabxii darbiinsaa jedhame kan ifoome.

Saayinsii Uumamaa (Natural Science)
- Dhiiraaf - 380
- Dubaraaf- 368

Saayinsii Hawaasaa (Social Science)
- Dhiiraaf - 370
- Dubaraaf - 358