🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Yeroo amma Namni ogeessa kompiitaraa ta’e hojii qacaramuuf dan | 💻 Barannoo Tech 💻

Yeroo amma Namni ogeessa kompiitaraa ta’e hojii qacaramuuf dandeeettiin barreessuu isaa akkam akka tahe ni gaafatama. ‘mee barreessi’ jedhamuunis Daqiiqaa 1 keessatti jechoota (word) meeqa akka barreessu ni qoratama. Atiis ogeessa kompiiataraa ta’uu karoora yoo qabaatte guyyaa hojii eegaluuf jettu, keessaafuu; online irratti qacarameen hojjadha jechuu hawwii yoo qabaatte qormaatni kun si fuul-dura jiraachuu yaadadhu.

https://telegra.ph/Keyboard-irratti-qophinaan-barreessuu-barachuuf-Marsaariitii-filatamoo-2-04-24
#Galatoomi_Abdulwasi