🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Iyya Birmannaa dhabe taane - #AfaanOromoGoogleTranslation #H | 💻 Barannoo Tech 💻

Iyya Birmannaa dhabe taane - #AfaanOromoGoogleTranslation

#Hiikkaa Gugilii Afaan Oromoo Hayyootni yoo hin hirmaatin hin xumuramu waan taheef kan #Qabeenya qabu qabeenyaan kan ogummaa qabu Dandeettiisaatiin kan jennuuf sababa gahaadhaan
Jechoota Kuma 88 ol gumaachine kan jennu yaaliif shaakala dabalateeti malee #hiikkaan qabatamaa hiikame kuma 17 qofa, inniyyuu walakkaan #Dogoggora..

Iyya tana Oromoon birmatu malee hojiin kun galma hin gahu, warri ganamaa galgala wacnullee hafuurri adda nu citee caldhisuuf jirra.

Waliif hiraa Afaan keessan cinaa dhaabbadhaa, akki nugargaaraa jennullee mee achuma haaturuutii...

Abdisa_bancha