🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Barattoonni haaraa ramadamtanii komii dhiyeeffachuu barbaaddan | 💻 Barannoo Tech 💻

Barattoonni haaraa ramadamtanii komii dhiyeeffachuu barbaaddan hara'a jechuunis Ebla/ሚያዚያ 25 hanga 28/2013 keessatti dhiheeffachuu dandeessu.

#*Komii dhiyeeffachuuf linkii gadii fayyadamaa.

Marsariitii፡ https://forms.gle/Jt9L7F2EDDC62YLQ7

Lakkofsa bilbilaa ፦
• +251911763794
• +251943543805
Email ፡ support@ethernet.edu.et

#Garuu yeroo filannoo jijjirattan.

#Yeroo lama erguun hin tayu.

#Qaamaan nama dhufes hin keessummessan.

#Yoo iddoo fooyya'aa isin gahe jira ta'e, osoo lakkiftanii komicha, ammaas eessa akka isin gahu hin beektamu sababa ta'eef.