🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Anwaariif haa dirmannu ! *********************** Anwaar Huseen | 💻 Barannoo Tech 💻

Anwaariif haa dirmannu !
***********************
Anwaar Huseen Abbaaduraa jedhama. Dhibee rakkoo oomishamuu dhabuu dhiigaa APLASTIC ANEMIA) jedhamu dhukkubsata. Dargaggoo waggaa 20ti. Yunivarsitii Samaraatti ramadamee sababa dhibee kanaa barumsarraa hafe. Kanaan dura deeggarsa namoota adda addaatiin yaalii argachaa tureera. Amma garuu gara biyya alaa bahee akka yaalamu boordii hospitaala xiqur ambassaatiin murta'eera. Maatiin isaa qarshii yaaliif isa barbaachisu miiliyoona 2.5 kan hin qabneefi humna isaaniiti olidha. Kanaafuu hundi keenyayyuu haga dandeenyeen birmanneefii jazaa isaa Rabbirraa haa eeggannu. Rabbiif jennee Haa birmannuuf! Lakkoofsa herreega armaan gadiitiin deeggarsa ha goonuuf.

Lakkoofsa herr. Baankii/

1. Baanki Daldala Itiyooppiyaa/የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ 1000018555992/1000337570918

2. Hojii G/Oromiyaa /ኦሮሚያ ህ/ሥራ/ባንክ 1000077415096