🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Barattoonni haaraan hanga Caamsaa 30tti gara yuunvarsiitiiwwan | 💻 Barannoo Tech 💻

Barattoonni haaraan hanga Caamsaa 30tti gara yuunvarsiitiiwwan ramadamanii akka galan ni taasifama jedhame

Barattoonni haaraan hanga Caamsaa/ግንቦት 30, 2013tti gara yuunvarsiitiiwwan ramadamanii akka galan ni taasifama, Waxabajjii/ሰኔ 1 barannoonni barattoota haaraa Universiitii galanii ni eegala, jechuun Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanoo beeksisee jira.

Akka gabaasa EBCtti ramaddii waliin walqabsiisee barattoota komii dhiyeessaan kuma 23 ol keessaa kumni 1 fi 891 kan ta’an gaafiin isaanii fudhatama argatee sirreeffamni ramaddii taasifamuu ibsaniiru.

#Barattoota sababa gahaa, rakkoo fayyaa cimaa fi rakkoolee ragaan mirkanaa'e kan qabaniif sirraa'e.

isaan akka sababaatti, fageenya maatii irraa, rakkoo diinagdee fi hawaasumma sababeeffatan akka hin ilaalaminnif ibsee jira, kanas wixxata(Caamsaa 16/) dhufu irra online galuun ilaalchuu danda'u jedhee jira. #MOSHE