🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

#Qormaanni kutaa 12ffaadha, walakkaa Onkololleessaa keessa akk | 💻 Barannoo Tech 💻

#Qormaanni kutaa 12ffaadha, walakkaa Onkololleessaa keessa akka laatamu danda'u ibsame.

#Sababoota gagaraatiif Onkololeessa 15 bara 2014, keessa akka laatamuu danda'u Dr. Dilamoo Otore ibsan, sababoonni kunisa kan akka,

-Waqtiin ganna ta'uu, qormaatamtoonni heddumaachuu, dhimma barattoota Tigraay, Simannaa Universitiwwan fa'a ilaalcha keessa galchuuni jedhameera.