🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

#Ethio_telecome. #Tajaajila haaraa, kuufamaaleen bitattan yer | 💻 Barannoo Tech 💻

#Ethio_telecome.

#Tajaajila haaraa, kuufamaaleen bitattan yeroon irraa isin jalaa dabree akka hin gubbanne kan taasisuu fi hiriyyaa keessanii akka dabrsitan qarqaaru Telen ifoomse.

#hammi xaqqaan guyyatti irraa namaaf qooduun danda'amu,

kuufama sagalee daqiiqaa 3 hanga 100.

Kuufama data 30 Mb hanga 1 Gb.

Kuufama sms 5 hanga 500

#Akkuma isa ergaawwan biroo yeroo namaaf dabrsitan yeroo tokkotti Telen saantima 20 murata.

#itti fayyadamni *999# itti aanse filannoo 5ffaa, boodarra filannoo 2ffaa achi boodaan akka kuufama keessaniitiin filattu.

#Note : yeroon hanguma isa kaan irraa hafe malee haaraa miti.