🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

⁣ Dursa isa kam vidiyoonis deeggarree isiniif haa dhiheessinu | 💻 Barannoo Tech 💻

⁣ Dursa isa kam vidiyoonis deeggarree isiniif haa dhiheessinu?

1- Bilbila data akka malee isin jalaa fixee isin rakkisuuf, appi furmaata gaarii tayan.

2- Appi tokkicha garuu, waan appiwwan 20 ol hojjetan isiniif hojjechuu danda'u.

3- Bot yeroo sagalee garagaraa telegram irraa buuffattan size isaa akkaan isinii xiqqeessu file geeddaruun.

4- Appii gaarii barattoota coding A++ barataa jiraniif qarqaaru.