🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

━━━━━━━━━━ Apps Name: NoRoot Firewall • Appiin/Mosaajiin ku | 💻 Barannoo Tech 💻

━━━━━━━━━━
Apps Name: NoRoot Firewall

• Appiin/Mosaajiin kuni data bilbila keessanii qusatuu keessatti gahee ol'aanaa taphata, aappilee biroo kan tajaajila akka kanaatiif oolan biroo dachaa hedduun caala. Appichi akkaataan inni data itti qusatu, erga takkaa buuffattanii install gootanii, open gochuun booda start cuqaastu, sana boodaa appii data akka fayyadamuuf hayyamtaniin ala kan biroo tokkos data isinirraa hin tuqu, akkuma isin appi biroo bantaniin hayyama isin gaafata, yoo barbaaddan ni hayyamtuuf ykn deny cuqaastu. Dhaabuuf stop cuqaastu.

Akkaata itti fayyadama isaa vidiyoon yoo barbaaddan link :



#App Size: 2.6 MB

Appichi