🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

#Update #Barattoonnii Yunvarsiitii Naannoo Tigraay fi waldiy | 💻 Barannoo Tech 💻

#Update

#Barattoonnii Yunvarsiitii Naannoo Tigraay fi waldiyyaatti baraataa turan, kan rakkoo nageenyaatiif barumsa isaanii addaan kutan, akka Yuunivarsiitiwwan birootti ramadamanii barnoota isaanii itti fufan murtaa'e.

#Kanumarraa ka'uudhaan barattoonni barumsa isaanii hordofaa turan, ragaalee baranootaa barbaachisoo ta'an hunda qopheeffachuun, har'a irraa eegalee galmaa'uu dandeessu jedhameera.

Galmaa'uudhaaf, linkii gadii kana akka fayyadamtan. https://forms.gle/wYpZtTqpdQ417Bxx8

#Foormiilee barbaachisan akka guuttan.

Maddi: TikvahEt