Get Mystery Box with random crypto!

#Projektii seena qabeessa kana irratti hundi keenyaa haa hirma | 💻 Barannoo Tech 💻

#Projektii seena qabeessa kana irratti hundi keenyaa haa hirmaannu!

#Hiikkaa_Google_Afaan_Oromoo.

Haalaa gaariin deema jira, akka saffisa kana caaluun deemuuf haa hirmaannu. Guddina Afaan keenyaatiif teenne namni eegnu hin jiru, gahee hundaati.

Namni jecha ykn gaalee hiikaa Afaan English beeku kamuu hirmaachuu ni dandaya halli salphaadha karaalee gadiitiin.

1- Isa hiikamee yoo sirrii ta'e mirkanneessuun ( ) ykn yoo sirri miti ta'e mormuu ( ) dandeessu.

2- Jecha ykn gaalee Afaan Englishiin dhihaatu gara Afaan Oromootti hiikuun.

Linkiin kana : https://translate.google.com/contribute

#Tartiiba ittiin hiiktan Linkii kanaan ni argattu :