🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Biology Fun Barsiisaa Baayolojiitu Barattootaan Suuraa Bakt | Biiroo Barnoota Oromiyaa(Oromia Education Bureau)

Biology Fun
Barsiisaa Baayolojiitu Barattootaan Suuraa Bakteeriyaa kaasa yeroo jedhuun, Barataan suuraa kaasuu hin dandeenye tokko waraqaa duwwaa itti kennee

Barsiisaa: meerree suurichi?

Barataa: ati kaleessa Baakteriyaan ija qullaa hin mullatu hin jannee.

like tuquu maltu hanqata Man!
Hiryoota kee 3f ergi!
By:- Iman Qashtii
JOIN @Orosarcasm