Get Mystery Box with random crypto!

Barattoota barnoota Seeraaf! Qormaata bahiinsa barnoota Seera | Biiroo Barnoota Oromiyaa(Oromia Education Bureau)

Barattoota barnoota Seeraaf!

Qormaata bahiinsa barnoota Seeraa kan bara 2012, Muddee 13 - 16 bara 2013 akka kennamu ibsameera. Guyyaan qormaanni kun itti kennamu Yunivarsiitiwwan hundaaf walfakkaataa waan ta'eef barattoota qormaanni kun isin ilaallatu qophii barbaachisu akka gootan gamanumaan hubachiisu barbaanna.

@BirooBarnootaOromiyaa
@BirooBarnootaOromiyaa